Addis Ababa

we officially inaugurated the Ethio-Italian Construction, Infrastructure

ዛሬ በአዲስ አበባ የመጀመሪያውን የኢትዮ-ጣሊያን የኮንስትራክሽን፣ የመሰረተ ልማትና የከተማ መልሶ ማልማት ፎረም የእኛ ሚኒስትሮች እና የጣሊያን የውጭ ጉዳይ ምክትል ሚኒስትርና የዓለምቀፍ ትብብር ሀላፊ ማሪያ ትሪፖዲ በተገኙበት አስጀምረናል።
አሁን ላይ በመዲናችን የንግድ እንቅስቃሴ እያደገ፣ የኢንቨስትመንት ፍሰቱም በከፍተኛ ሁኔታ እየጨመረ ይገኛል። አዲስ አበባ በፍጥነት እየተለወጠች በመሆኗ፣ ይህ የኢትዮ-ጣሊያን የኮንስትራክሽን፣ የመሰረተ ልማትና የከተማ መልሶ ማልማት ፎረም መካሄዱ ወቅታዊ፣ ትክክለኛና እጅግ አስፈላጊ ነው።
የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ለግል ዘርፉና ለኢንቨስትመንት መስፋፋት ትልቅ ድጋፍ ያደርጋል። የጣሊያን ወንድሞቻችንና እህቶቻችን በዚህች በተለወጠች ከተማ ውስጥ ኢንቨስት እንዲያደርጉ ጥሪዬን አቀርባለሁ።
አዲስ አበባ የተለወጠችው በገፅታ ብቻ ሳይሆን ቢዝነስ ለመስራት አመቺና ቀላል በመሆኗም ጭምር ነው። ኢንቨስት ለማድረግ ስትመጡ በፈጣንና ቀልጣፋ አሰራር ለማስተናገድ እንደ ‘መሶብ’ ያሉ የአንድ ማዕከል ዲጂታል የመንግስት አገልግሎቶች ዝግጁ ናቸው። አስተዳደራችን የግል ዘርፉን ለመደገፍ እጅግ ቁርጠኛ ሲሆን፣ ይህ ፎረም ለዚህ ግብ ትልቅ አስተዋፅኦ እንደሚኖረው እርግጠኞች ነን።
ክቡራን የፎረሙ ተሳታፊዎች፤ በአዲስ አበባ የሚኖራችሁ ቆይታ ፍሬያማ እንዲሆን እመኛለሁ።
ፈጣሪ ኢትዮጵያን እና ሕዝቦቿን ይባርክ!
Har'a Finfinneetti fooramii ijaarsaa, bu'uura misoomaa fi magaalaa deebisanii misoomsuu jalqabaa Itiyoo-Xaaliyaanii bakka Ministeeronni keenyaa fi itti aanaan ministeera haajaa alaa Xaaliyaanii fi itti-gaafatamaan tumsa idil-addunyaa Mariyaa Tripodii argamanitti eegalchiisnee jirra.
Yeroo ammaa kanatti magaalaa keenyatti sochiin daldalaa guddachaa, yaa'insi investimantiis bifa olaanaa ta'een dabalaa jira. Finfinneen ariitiin jijjiiramaa waan jirtuuf fooramiin ijaarsa, bu'uura misooma fi magaalaa deebisanii misoomsuu Itiyoo-Xaaliyaanii kun gaggeeffamuun yeroo kan eeggate, sirrii fi baay'ee barbachisaadha.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee babal'iinsa damee dhuunfaa fi Investimantiif deeggarsa guddaa taasisa. Obboleewwaniifi obboleettiiwwan keenya Xaaliyaanii magaalaa jijjiiramte kana jeessatti investii akka godhan yaamicha koon dhiiyessa.
Finfinneen kan jijjiiramte fuula qofaan osoo hintaane biizinasii hojjechuuf mijattuu fi salphaa waan taateefis dabalatteeti. Investii gochuuf yemmuu dhuftan hojimaata saffisaa fi si'ataan keessummeeffamuuf tajaajiloonni mootummaa akka giddugala dijitaalawaa "Addis Masoob" qophiidha. Bulchiinsi keenya damee dhuunfaa deeggaruuf baay'ee kutataa yemmuu ta'u, fooramiin kun galma kanaaf gumaacha guddaa akka qabaatu amantaa qabna.
Kabajamtoota hirmaattota fooramichaa, turtiin Finfinneetti qabaattan milkaa'aa akka isiniif ta'un hawwa.
Waaqni Itoophiyaa fi Uummata Ishee Haa Eebbisu!
Today, we officially inaugurated the Ethio-Italian Construction, Infrastructure, and Urban Redevelopment Forum In the present of our ministers and H.E.MariaTripodi, Deputy Minister of the Italian Ministry of Foreign Affairs and International Cooperation .
Our capital is experiencing a period of thriving trade and a significant rise in investment inflows. In light of the city’s rapid transformation, this forum is both timely and essential. The Addis Ababa City Administration remains steadfast in its commitment to supporting the private sector and expanding investment opportunities. To our Italian partners: I warmly invite you to invest in this dynamic and evolving landscape.
Beyond its physical transformation, Addis Ababa has matured into a more efficient, business-friendly environment. Through the implementation of modern systems, such as the Mesob One-Stop Digital Government Service, we have ensured that doing business here is more seamless than ever.
I wish all participants a highly productive and rewarding stay in our city.
May God bless Ethiopia and its people!
admin

Recent Posts

The institution announced that it is responding promptly to questions raised by road users

The institution announced that it is responding promptly to questions raised by road users (T/M/B…

15 hours ago

The official office has created job opportunities for more than 5,000 citizens in the past years.

The official office has created job opportunities for more than 5,000 citizens in the past…

23 hours ago

Discussion held on a draft document on government service delivery

Discussion held on a draft document on government service delivery The nine-month performance of the…

5 days ago

Addis Ababa has become a city with a very rapid, comprehensive transformation - words in action!

Addis Ababa has become a city with a very rapid, comprehensive transformation - words in…

2 weeks ago

Warning to Drivers‼️

Warning to Drivers‼️ *************** Chevron/yellow and white V-shaped road markings are mandatory markings on roads…

2 weeks ago

we graduated from the Food Security and Skills Youth Internship Program

This morning, we graduated from the Food Security and Skills Youth Internship Program, which has…

3 weeks ago

This website uses cookies.