“All for peace, peace for all!” We ran the street race organized with the motto, together with the residents of our city, ministers, ambassadors and representatives of international institutions in the city, as well as all sections of the society. We will strengthen and maintain our peace together! “All for peace, all for peace!” May the Creator bless Ethiopia and its people “Hundi Nagaaf, Nagaan Hundaaf!” dhaadannoo jedhuun fiigicha daandiirraa kepaa'e jiraattota agalaa keenyaa, ministerota, ambaasaaddarootaa fi dhaabbilee idil addunyaa agalala keenyaatti argaman akkasumas kutaa hawaasa garagaaa waliin ta'uun fiigneerra. Nageenya keenya waliin cimsina, itti fufsiifna! “Hundi nagaaf, nagaan hundaaf!” Waaqni Itoophiyaa fi uummata ishee haa eebbisu