I would like to thank all of you who participated in the “Clean Street Living in Health” digital telethon today. When we stand together for the common good, we are great. Until now #CleanEthiopia I encourage those of you who did not participate in the telethon to join in the remaining hours today, and in the coming days and weeks. Creating a meaningful positive impact
we can.Warra har'a teletoonii dijiitaalaa “Daandii Qulqulluu – Jireenya Fayyaa” irratti hirmaattan hunda galateeffachuun barbaada. Bu'aa waloof yoo waliin dhaabanne ni miidhagna. Warri hamma yoonaatti teletoonii #ItoophiyaaQulqulluu irratti hin hirmaanne har'a sa'aa hafanitti, akkasumas guyyootaafi torbeewwan dhufanitti akka hirmaattanin isin jajjabeessa. Waliin taanee agbaa gaarii faayidaa qabu uumu ni dandeenya.
I want to extend my gratitude to everyone who has joined the ‘Clean Streets – Healthy Lives' digital telethon today. We are colorful when we come together for a collective cause. For those who haven't participated yet, I encourage you to join the #CleanEthiopia digital telethon today and in the days and weeks ahead. Together, we can make a significant impact.