In today's council meeting, we announced a budget of 230.39 billion birr for the 2017 fiscal year. Of this, 146.48 billion birr (63.6%) is allocated to capital, and 74.55 billion birr (33.4%) is allocated to regular or administrative expenses. 90.4% of the capital allocation is allocated to poverty alleviation and growth oriented sustainable development projects. Dear taxpayers of our city; Achieving this budget will require collective effort. By voluntarily paying your taxes on time in the 2016 fiscal year, we have collected 146.8 billion birr in taxes, implemented 18,091 projects and corridor development, and made our city a beautiful flower like its name. This year, I call on all of us to shoulder our responsibilities to work together hand in hand. May the Creator bless Ethiopia and its people Oolmaa keenya mana maree har'aatiin bara baajataa 2017f baajata birrii biiliyoona 230.9 labsineerra. Kana keessaa birriin biiliyoonni 146.48 ( 63.6% ) kaappitaalaaf kan ramadame yoo ta'u, birriin biiliyoonni 74.55 ( 33.4% ) baasii idilee yookan bulchiinsaaf kan ramadamedha. Kaappitaalaaf kan ramadame keessaa 90.4% hiyyummaa hir'isuu fi piroojaktoota guddinaa misooma itti fufinsaa irratti xiyyeeffateef kan ramadamedha. Qaaliiwwan Kanfaltoota gibira agalala keenya; baajataa kana galmaan gahuun tumsa waloo gaafata. Bara baajataa 2016 yeroosaatti gibira waan kanfaltaniif galii birrii biliyoon 146.8 sassaabnee piroojektoota 18,092 fi misooma kooridarii raawwannee agalala keenya akkuma maqaa ishee abaaboo miidhagduu taaisnee ashaaraa keenya kaahaa jira. Bara kanas harka wal qabannee caalaa hojjechuudhaaf hundi keenya itti gaafatamummaa keenya akka bahannu yaamicha koon dhiheessa. Waaqni Itoophiyaa fi Uummata ishee haa eebbisu!