Ethiopia is recommending! The most historic national conference in our history was opened in the New International Convention Center in our city with the presence of all Ethiopian representatives. A country based on consultation! Ethiopia, my country, you will succeed! May the Creator bless Ethiopia and its people! Itoophiyaan mari'achaa jirti! Seenaa keenya keessatti baay'ee seena-qabeessa kan ta'e yaa'iin Marii Biyyoolessaa, bakka bu'oonni Itoophiyaanota hundaa bakka argamanitti, agalaa keenya Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addisitti haala baay'ee ho'aa ta'een banameera. Biyya mariin jabaattu! Biyya koo Itoophiyaa siif haa milkaa'u! Waaqni Itoophiyaa fi uummata ishee haa eebbisu!