wd_asp id=1

Children’s playgrounds and Sunday

Addis Ababa | General – -> 0 Comments – -> Ethiopia

For the leaders who came to our capital Addis Ababa to learn from the experience of different African countries, we toured the children's playgrounds and the roads closed for children on Sunday morning.

On Mother's Day, which is celebrated internationally, children should grow up physically, mentally and psychologically.

We are building 305 playgrounds and we are happy to announce that we have closed 114 roads to traffic every Sunday morning for children to play.

May the Creator bless Ethiopia and its people!

Hooggantoota Afrikaa garagaraa muuxannoo qooddachuuf gara magaaalaa keenya Finfinnee dhufan iddoo tapha daa'immanii fi dilbata ganama tapha ijoolleef jedhamuun daandiiwwan cufaman naanneessinee daawwachiifneerra.

Guyyaa haadholii akka idil-addunyaatti kabajamutti daa'imman qaamaanis, sammuunis ta'ee qor-qalbiin dagaagaanii akka guddataniif iddoolee taphaa 305 ijaaruu irratti kan argamnu yoo ta'u, daandiiwwan 114 yeroo mara dilbata ganama tiraafikaaf cufaa taasisuun daa'imman akka itti taphatansuu kenyaaf gammachuu nutti dhagahama.

Waaqni Itoophiyaa fi uummata ishee haa eebbisu!




Leave a comment



Copyright 2025 TMA © All Rights Reserved
Email Address: aartma2011@gmail.com
Phone Number: 696 TMA Free Line  AND  0116672386

Developed by Tewodros Kemal(@EaseWD)

Back
Telegram