Regarding the recent earthquakes and tremors in various parts of our country, and their general distribution, we discussed with scholars from Addis Ababa University’s Institute of Geophysics, Space Science and Astronomy, as well as from the Geological Survey. Earthquake They explained that they are experiencing it and they explained to us that they should not panic and worry and follow the advice given by the experts and stay calm. However, since our city of Addis Ababa is vulnerable in the future, we have agreed to organize a task force of experts to do some precautionary studies so that we can take the appropriate precautions. isaatiin wal qabatee Univarsiitii Finfinnee, hayyoota dhaabbilee Geophysics, Space science fi Astronomy akkasumas Geophysical survey irraa dhufan waliin mari’anneerra. Marii keenyaanis hayyoonni qorannoowwan kan nuuf dhiheessan yemmuu ta’u qorannoowwan akka mul’isanitti Finfinneetti yeroo ammaa kana Affaarii fi naannawa sanatti kirkira lafaa nu qunnamaa jiru irraa kan ka’e hollannaan lafaa qunnamaa jiraachuu ibsuun hollannaan yemmuu uumamu rifachuu fi jeeqamuu osoo hin barbaachisne gorsaalee abbootii ogummaatiin kennamu hordofuun tasgabbaa’uu akka qabnu nu hubachiisaniiru. Ta’ullee amaalan keenya Finfinneen fuulduratti carraa saaxilamuu waan qabduuf ofeeggannoo barbaachisu ammumarraa taasisuuf akka dandeessisu ofeeggannoo duree tokko tokkoof aaayruuf qo’annoowwan taasisuun humna waloo abbootii ogummaa gurmeessuun waliin hojjechuuf waliigalleerra. Waaqni Itoophiyaa fi Uummata Ishee Haa Eebbisuu!