Today, we officially inaugurated the Habari Medical Plaza. The institution has brought a quality medical option for our country...

Today, we officially inaugurated the Habari Medical Plaza. The institute is a center that has brought a quality medical option to our country. Habari Medical Plaza has started a promising journey to provide quality services in the country by eliminating the need for citizens to travel abroad for advanced treatment. As the facility will create additional capacity for our journey to make Addis Ababa a health tourism center, our comprehensive support will not leave you alone. Expressing my appreciation for this good start and your excellent service; I wish the institution a successful career. May the Creator bless Ethiopia and its people! Har'a Pilaazzaa Meedikaala Haabaarii eebbisnee ifatti hojii eegalchiisnee jira. Dhaabbatichi biyya keenyaaf filannoowwan fayyaa qullilina qabane qabatee giddugala dhufeedha. Medikaal Pilaazzaan Haabaarii lammiileen yaala cimaaf imala gara alaatti taaisan hambisuun, tajaajila qullullina qabu biyya keessatti dhiheessuuf imalli eegale abdii kan kennuudha. Dhaabbatichi Finfinnee giddugala Tuurizimii fayyaa taasisuuf imala eegalleef humna dabalataa kan uumuu waan ta'eef, deeggarsi keenya hunda-hammataan isiniraa adda hin ba'u. Jalqabbii tola-ooltummaa kanaafi tajaajila olaanaa keessaniif dinqisiifannaa qabu ibsachaa, dhaabatichaaf bara hojii milkii hawwa. Waaqni Itoophiyaa fi Uummata Ishee Haa Eebbisu!




Leave a comment



Copyright 2025 TMA © All Rights Reserved
Email Address: aartma2011@gmail.com
Phone Number: 696 TMA Free Line  AND  0116672386

Developed by Tewodros Kemal(@EaseWD)